Al-Maidah · 73/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
لَّقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ ثَالِثُ ثَلَاثَةٍ ۘ وَمَا مِنْ إِلَٰهٍ إِلَّا إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۚ وَإِن لَّمْ يَنتَهُوا عَمَّا يَقُولُونَ لَيَمَسَّنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ ۝٧٣
laqad kafaral lazeena qaalooo innal laaha saalisu salaasah; wa maa min ilaahin illaaa Ilaahunw Waahid; wa illam yantahoo `ammaa yaqooloona layamas sannal lazeena kafaroo minhum `azaabun aleem
📖 Afaan Oromoon
Isaan "Rabbiin sadaffaa sadeeniiti" jedhanis dhugumatti kafaraniiruGabbaramaa tokkicha malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiruYoo waan jedhan (kana) irraa hin dhorgamin, dhugumatti warra isaan irraa kafaran adabbii laalessaa ta’etu tuqa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 71-75 — Al-Maidah

71وَحَسِبُوا أَلَّا تَكُونَ فِتْنَةٌ فَعَمُوا وَصَمُّوا ثُمَّ تَابَ اللَّهُ عَلَيْهِمْ ثُمَّ عَمُوا وَصَمُّوا كَثِيرٌ مِّنْهُمْ ۚ وَاللَّهُ بَصِيرٌ بِمَا يَعْمَلُونَ
Adabni hin jiru jechuu yaadanKanaafuu jaamanii duudanErgasii Rabbiin tawbaa isaanii irraa qeebaleErgasiis irra hedduun isaanii jaamanii duudanRabbiin waan isaan dalagan argaadha
72لَقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ ۖ وَقَالَ الْمَسِيحُ يَا بَنِي إِسْرَائِيلَ اعْبُدُوا اللَّهَ رَبِّي وَرَبَّكُمْ ۖ إِنَّهُ مَن يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَقَدْ حَرَّمَ اللَّهُ عَلَيْهِ الْجَنَّةَ وَمَأْوَاهُ النَّارُ ۖ وَمَا لِلظَّالِمِينَ مِنْ أَنصَارٍ
Isaan "Rabbiin Masiih Ilma Maryami" jedhan dhugumatti kafaranii jiruMasiihis ni jedhe: "Yaa Ilmaan Israaiil! Rabbii Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan ta’e gabbaraaDhugumatti, dubbiin namni Rabbitti waa qindeesse, Rabbiin isa irratti jannata haraama taasiseeraTeessoon isaas ibiddaMiidhaa raawwattootaafis tumsitoonni hin jiranu
73لَّقَدْ كَفَرَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ ثَالِثُ ثَلَاثَةٍ ۘ وَمَا مِنْ إِلَٰهٍ إِلَّا إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۚ وَإِن لَّمْ يَنتَهُوا عَمَّا يَقُولُونَ لَيَمَسَّنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
Isaan "Rabbiin sadaffaa sadeeniiti" jedhanis dhugumatti kafaraniiruGabbaramaa tokkicha malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiruYoo waan jedhan (kana) irraa hin dhorgamin, dhugumatti warra isaan irraa kafaran adabbii laalessaa ta’etu tuqa
74أَفَلَا يَتُوبُونَ إِلَى اللَّهِ وَيَسْتَغْفِرُونَهُ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Sila gara Rabbiitti tawbatanii araarama Isa hin kadhatanuu? Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
75مَّا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِن قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ ۖ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ ۗ انظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انظُرْ أَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa mitiHaati isaas akkaan dhugoomsituudhaLamaanuu nyaata kan nyaatan turanAkkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaaliErgasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 73

Suuratu Al-Maidah Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan "Rabbiin sadaffaa sadeeniiti" jedhanis dhugumatti kafaraniiruGabbaramaa tokkicha malee haqaan…

Suuratu Aayah 73/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers