Adh-Dhariyat · 15/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ١٥
Transliteration
Innal muttaqeena fee jannaatinw wa `uyoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 13-17 — Adh-Dhariyat
13يَوْمَ هُمْ عَلَى النَّارِ يُفْتَنُونَ
(Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha
14ذُوقُوا فِتْنَتَكُمْ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَسْتَعْجِلُونَ
“Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)
15إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu
16آخِذِينَ مَا آتَاهُمْ رَبُّهُمْ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُحْسِنِينَ
Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhachaa (jiraatu)Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan
17كَانُوا قَلِيلًا مِّنَ اللَّيْلِ مَا يَهْجَعُونَ
Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
15Aayah
Hiikkaa — Adh-Dhariyat 15
Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatuSuuratu Aayah 15/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








