Adh-Dhariyat · 14/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
ذُوقُوا فِتْنَتَكُمْ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَسْتَعْجِلُونَ ۝١٤
Zooqoo fitnatakum haa zal lazee kuntum bihee tas ta`jiloon
📖 Afaan Oromoon
“Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Adh-Dhariyat

12يَسْأَلُونَ أَيَّانَ يَوْمُ الدِّينِ
“Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu
13يَوْمَ هُمْ عَلَى النَّارِ يُفْتَنُونَ
(Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha
14ذُوقُوا فِتْنَتَكُمْ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَسْتَعْجِلُونَ
“Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)
15إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu
16آخِذِينَ مَا آتَاهُمْ رَبُّهُمْ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُحْسِنِينَ
Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhachaa (jiraatu)Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 14

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)

Suuratu Aayah 14/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers