Adh-Dhariyat · 18/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
وَبِالْأَسْحَارِ هُمْ يَسْتَغْفِرُونَ ۝١٨
Wa bilashaari hum yastaghfiroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Adh-Dhariyat

16آخِذِينَ مَا آتَاهُمْ رَبُّهُمْ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُحْسِنِينَ
Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhachaa (jiraatu)Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan
17كَانُوا قَلِيلًا مِّنَ اللَّيْلِ مَا يَهْجَعُونَ
Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan
18وَبِالْأَسْحَارِ هُمْ يَسْتَغْفِرُونَ
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha
19وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha
20وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 18

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha

Suuratu Aayah 18/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers