Adh-Dhariyat · 17/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
كَانُوا قَلِيلًا مِّنَ اللَّيْلِ مَا يَهْجَعُونَ ۝١٧
kaanoo qaleelam minal laili maa yahja`oon
📖 Afaan Oromoon
Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 15-19 — Adh-Dhariyat

15إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu
16آخِذِينَ مَا آتَاهُمْ رَبُّهُمْ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُحْسِنِينَ
Waan Gooftaan isaanii isaaniif kenne fudhachaa (jiraatu)Isaan sana dura toltuu hojjattoota turan
17كَانُوا قَلِيلًا مِّنَ اللَّيْلِ مَا يَهْجَعُونَ
Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan
18وَبِالْأَسْحَارِ هُمْ يَسْتَغْفِرُونَ
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha
19وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 17

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan

Suuratu Aayah 17/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers