Adh-Dhariyat · 24/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ الْمُكْرَمِينَ ۝٢٤
Hal ataaka hadeesu daifi Ibraaheemal mukrameen
📖 Afaan Oromoon
Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Adh-Dhariyat

22وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira
23فَوَرَبِّ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِنَّهُ لَحَقٌّ مِّثْلَ مَا أَنَّكُمْ تَنطِقُونَ
Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti
24هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ الْمُكْرَمِينَ
Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa
25إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا ۖ قَالَ سَلَامٌ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen
26فَرَاغَ إِلَىٰ أَهْلِهِ فَجَاءَ بِعِجْلٍ سَمِينٍ
Ergasii gara maatii isaa deebi’eeti mirgoo (jibicha) gabbataan dhufe
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 24

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa

Suuratu Aayah 24/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers