Adh-Dhariyat · 23/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
فَوَرَبِّ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِنَّهُ لَحَقٌّ مِّثْلَ مَا أَنَّكُمْ تَنطِقُونَ ٢٣
Transliteration
Fawa Rabbis samaaa`i wal ardi innahoo lahaqqum misla maa annakum tantiqoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti
🎧 Caqasi
📜 Aayah 21-25 — Adh-Dhariyat
21وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu
22وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira
23فَوَرَبِّ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِنَّهُ لَحَقٌّ مِّثْلَ مَا أَنَّكُمْ تَنطِقُونَ
Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti
24هَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ ضَيْفِ إِبْرَاهِيمَ الْمُكْرَمِينَ
Seenaan keessummaa Ibraahiim kabajamoo ta’anii sitti dhufeeraa
25إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا ۖ قَالَ سَلَامٌ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
23Aayah
Hiikkaa — Adh-Dhariyat 23
Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuutiSuuratu Aayah 23/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








