Adh-Dhariyat · 58/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
إِنَّ اللَّهَ هُوَ الرَّزَّاقُ ذُو الْقُوَّةِ الْمَتِينُ ۝٥٨
Innal laaha Huwar Razzaaqu Zul Quwwatil Mateen
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati
🎧 Caqasi

📜 Aayah 56-60 — Adh-Dhariyat

56وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne
57مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ
Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu
58إِنَّ اللَّهَ هُوَ الرَّزَّاقُ ذُو الْقُوَّةِ الْمَتِينُ
Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati
59فَإِنَّ لِلَّذِينَ ظَلَمُوا ذَنُوبًا مِّثْلَ ذَنُوبِ أَصْحَابِهِمْ فَلَا يَسْتَعْجِلُونِ
Dhugumatti, miidhaa raawwattootaaf qooda adabaa kan akka adabbii fakkaattota isaaniitu jiraafii akka Nan jarjarfanne
60فَوَيْلٌ لِّلَّذِينَ كَفَرُوا مِن يَوْمِهِمُ الَّذِي يُوعَدُونَ
Warra kafaraniif guyyaa isaanii kan beellama godhaman keessatti badiin isaaniif mirkanaa’eera
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 58

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati

Suuratu Aayah 58/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers