At-Tur · 15/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
أَفَسِحْرٌ هَٰذَا أَمْ أَنتُمْ لَا تُبْصِرُونَ ۝١٥
Afasihrun haazaaaa am antum laa tubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — At-Tur

13يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman
14هَٰذِهِ النَّارُ الَّتِي كُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha
15أَفَسِحْرٌ هَٰذَا أَمْ أَنتُمْ لَا تُبْصِرُونَ
Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu
16اصْلَوْهَا فَاصْبِرُوا أَوْ لَا تَصْبِرُوا سَوَاءٌ عَلَيْكُمْ ۖ إِنَّمَا تُجْزَوْنَ مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Ishee seenaa (dhandhamaa); obsitanus yookiin obsuu baattanus isiniif waluma qixaWanti isin mindeeffamtan waanuma hojjachaa turtan qofa” (jedhaman)
17إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَنَعِيمٍ
Dhugumatti, isaan Rabbiin sodaatan jannataafi qananii keessa jiraatu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — At-Tur 15

Suuratu At-Tur Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu

Suuratu Aayah 15/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers