At-Tur · 14/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
هَٰذِهِ النَّارُ الَّتِي كُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ ۝١٤
Haazihin naarul latee kuntum bihaa tukazziboon
📖 Afaan Oromoon
(Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu At-Tur

12الَّذِينَ هُمْ فِي خَوْضٍ يَلْعَبُونَ
(Isaan) warra soba keessa taphataniidha
13يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman
14هَٰذِهِ النَّارُ الَّتِي كُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha
15أَفَسِحْرٌ هَٰذَا أَمْ أَنتُمْ لَا تُبْصِرُونَ
Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu
16اصْلَوْهَا فَاصْبِرُوا أَوْ لَا تَصْبِرُوا سَوَاءٌ عَلَيْكُمْ ۖ إِنَّمَا تُجْزَوْنَ مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Ishee seenaa (dhandhamaa); obsitanus yookiin obsuu baattanus isiniif waluma qixaWanti isin mindeeffamtan waanuma hojjachaa turtan qofa” (jedhaman)
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — At-Tur 14

Suuratu At-Tur Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaaniin jedhama): “Isheen kun ibidda kan ishee sobsiisaa turtaniidha

Suuratu Aayah 14/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers