An-Najm · 14/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ ۝١٤
Inda sidratil muntaha
📖 Afaan Oromoon
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu An-Najm

12أَفَتُمَارُونَهُ عَلَىٰ مَا يَرَىٰ
Sila ergasii waan inni (yeroo mi’iraajaa) arge irratti isa mormituu
13وَلَقَدْ رَآهُ نَزْلَةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti yeroo biraas isa argeera
14عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge
15عِندَهَا جَنَّةُ الْمَأْوَىٰ
Ishee bira jannata qubsumaatu jira
16إِذْ يَغْشَى السِّدْرَةَ مَا يَغْشَىٰ
Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — An-Najm 14

Suuratu An-Najm Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge

Suuratu Aayah 14/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers