An-Najm · 42/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ الْمُنتَهَىٰ ۝٤٢
Wa anna ilaa rabbikal muntahaa
📖 Afaan Oromoon
Xumurri (waan hundaas) gara Rabbiitti ta’uudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu An-Najm

40وَأَنَّ سَعْيَهُ سَوْفَ يُرَىٰ
Hojiin isaas of duratti mul’achuuf jiraadha
41ثُمَّ يُجْزَاهُ الْجَزَاءَ الْأَوْفَىٰ
Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha
42وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ الْمُنتَهَىٰ
Xumurri (waan hundaas) gara Rabbiitti ta’uudha
43وَأَنَّهُ هُوَ أَضْحَكَ وَأَبْكَىٰ
Inni Isumatu kofalchiise; boochises
44وَأَنَّهُ هُوَ أَمَاتَ وَأَحْيَا
Inni Isumatu ajjeese; jiraachises
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — An-Najm 42

Suuratu An-Najm Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Xumurri (waan hundaas) gara Rabbiitti ta’uudha

Suuratu Aayah 42/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers