An-Najm · 41/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
ثُمَّ يُجْزَاهُ الْجَزَاءَ الْأَوْفَىٰ ۝٤١
Summa yujzaahul jazaaa `al awfaa
📖 Afaan Oromoon
Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu An-Najm

39وَأَن لَّيْسَ لِلْإِنسَانِ إِلَّا مَا سَعَىٰ
Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha
40وَأَنَّ سَعْيَهُ سَوْفَ يُرَىٰ
Hojiin isaas of duratti mul’achuuf jiraadha
41ثُمَّ يُجْزَاهُ الْجَزَاءَ الْأَوْفَىٰ
Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha
42وَأَنَّ إِلَىٰ رَبِّكَ الْمُنتَهَىٰ
Xumurri (waan hundaas) gara Rabbiitti ta’uudha
43وَأَنَّهُ هُوَ أَضْحَكَ وَأَبْكَىٰ
Inni Isumatu kofalchiise; boochises
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — An-Najm 41

Suuratu An-Najm Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha

Suuratu Aayah 41/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers