An-Najm · 7/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَهُوَ بِالْأُفُقِ الْأَعْلَىٰ ۝٧
Wa huwa bil ufuqil a`laa
📖 Afaan Oromoon
Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu An-Najm

5عَلَّمَهُ شَدِيدُ الْقُوَىٰ
(Jibriil) kan humni isaa cimaatu isa barsiise
6ذُو مِرَّةٍ فَاسْتَوَىٰ
Abbaa humnaa ta’ee (bifa Rabbiin irratti isa uumeen) ol ta’e
7وَهُوَ بِالْأُفُقِ الْأَعْلَىٰ
Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e)
8ثُمَّ دَنَا فَتَدَلَّىٰ
Ergasii dhihaatee gadis bu’e
9فَكَانَ قَابَ قَوْسَيْنِ أَوْ أَدْنَىٰ
Hanga fageenya qabannaa gooboo lamaanii yookiin sana irra dhihoo ta’e
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — An-Najm 7

Suuratu An-Najm Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni moggaa (samii) isa ol aanaa irratti (ol ta’e)

Suuratu Aayah 7/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers