Al-Waqi'ah · 23/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
كَأَمْثَالِ اللُّؤْلُؤِ الْمَكْنُونِ ۝٢٣
Ka amsaalil lu`lu`il maknoon
📖 Afaan Oromoon
Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 21-25 — Suuratu Al-Waqi'ah

21وَلَحْمِ طَيْرٍ مِّمَّا يَشْتَهُونَ
Foon allaattii irraas waan isaan fedhaniin
22وَحُورٌ عِينٌ
Dubra adaadii ija babal’ootu (isiniif jira)
23كَأَمْثَالِ اللُّؤْلُؤِ الْمَكْنُونِ
Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan
24جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Mindaa waan hojjataa turaniif jecha (kana isaaniif goone)
25لَا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا تَأْثِيمًا
Isii (jannata) keessatti wacaafi wal arrabsuus hin dhaga’an
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
23Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 23

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 23 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka faaya eegamaa kan fafakkaatan

Suuratu Aayah 23/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 21–25. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers