Al-Waqi'ah · 50/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ ۝٥٠
Lamajmoo`oona ilaa meeqaati yawmim ma`loon
📖 Afaan Oromoon
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 48-52 — Suuratu Al-Waqi'ah

48أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
49قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
50لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
51ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
52لَآكِلُونَ مِن شَجَرٍ مِّن زَقُّومٍ
Muka Zaqquum irraa nyaatoodha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 50

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru

Suuratu Aayah 50/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers