Al-Waqi'ah · 49/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ ۝٤٩
Qul innal awwaleena wal aakhireen
📖 Afaan Oromoon
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — Al-Waqi'ah

47وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
48أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
49قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
50لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
51ثُمَّ إِنَّكُمْ أَيُّهَا الضَّالُّونَ الْمُكَذِّبُونَ
Ergasii isin yaa jallattoota sobsiiftotaa
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 49

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)”…

Suuratu Aayah 49/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers