Al-Waqi'ah · 6/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا ۝٦
Fakaanat habaaa`am mumbassaa
📖 Afaan Oromoon
Dhukkee facaafamtuus taate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Waqi'ah

4إِذَا رُجَّتِ الْأَرْضُ رَجًّا
Yeroo dachiin raafama cimaa raafamte
5وَبُسَّتِ الْجِبَالُ بَسًّا
(Yeroo) gaarreenis facaafamiinsa facaafamte
6فَكَانَتْ هَبَاءً مُّنبَثًّا
Dhukkee facaafamtuus taate
7وَكُنتُمْ أَزْوَاجًا ثَلَاثَةً
(Yeroo) Isinis garee sadi taatan
8فَأَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ مَا أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
(Gareen tokko) warra mirgaati; warri mirgaa akkam (milkaa’oo dha)
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 6

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhukkee facaafamtuus taate

Suuratu Aayah 6/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers