Al-An'am · 129/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَكَذَٰلِكَ نُوَلِّي بَعْضَ الظَّالِمِينَ بَعْضًا بِمَا كَانُوا يَكْسِبُونَ ۝١٢٩
Wa kazaalika nuwallee ba`daz zaalimeena ba`dam bimaa kaanoo yaksiboon
📖 Afaan Oromoon
Waan isaan hojjataa turaniif jecha, akka kanatti garii miidhaa hojjattoota garii irratti moosifna
🎧 Caqasi

📜 Aayah 127-131 — Al-An'am

127۞ لَهُمْ دَارُ السَّلَامِ عِندَ رَبِّهِمْ ۖ وَهُوَ وَلِيُّهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Isaaniif Gooftaa isaanii bira ganda nagayaatu jiraInnis waan isaan dalagaa turaniif jecha gargaaraa isaaniiti
128وَيَوْمَ يَحْشُرُهُمْ جَمِيعًا يَا مَعْشَرَ الْجِنِّ قَدِ اسْتَكْثَرْتُم مِّنَ الْإِنسِ ۖ وَقَالَ أَوْلِيَاؤُهُم مِّنَ الْإِنسِ رَبَّنَا اسْتَمْتَعَ بَعْضُنَا بِبَعْضٍ وَبَلَغْنَا أَجَلَنَا الَّذِي أَجَّلْتَ لَنَا ۚ قَالَ النَّارُ مَثْوَاكُمْ خَالِدِينَ فِيهَا إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۗ إِنَّ رَبَّكَ حَكِيمٌ عَلِيمٌ
Guyyaa hunda isaanii walitti qabee "Yaa garee jinnootaa! Namoota daneeffattanii jirtu" (jedhuun yaadadhu)Jaalalleen isaanii kan namoota irraa ta’anis "Gooftaa keenya! gariin keenya gariitti fayyadamne; beellama keenya Ati nuuf beellamtes geenyee jirra" jedhu"Hangi Rabbiin fedhe qofti odoo hafuu, Ibiddi keessatti hafoo taatanii qubannaa keessani" jedhaDhugumatti Gooftaan kee ogeessa, beekaadha
129وَكَذَٰلِكَ نُوَلِّي بَعْضَ الظَّالِمِينَ بَعْضًا بِمَا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Waan isaan hojjataa turaniif jecha, akka kanatti garii miidhaa hojjattoota garii irratti moosifna
130يَا مَعْشَرَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ أَلَمْ يَأْتِكُمْ رُسُلٌ مِّنكُمْ يَقُصُّونَ عَلَيْكُمْ آيَاتِي وَيُنذِرُونَكُمْ لِقَاءَ يَوْمِكُمْ هَٰذَا ۚ قَالُوا شَهِدْنَا عَلَىٰ أَنفُسِنَا ۖ وَغَرَّتْهُمُ الْحَيَاةُ الدُّنْيَا وَشَهِدُوا عَلَىٰ أَنفُسِهِمْ أَنَّهُمْ كَانُوا كَافِرِينَ
Yaa garee jinniifi namaa! Sila ergam-oonni isin irraa ta’an kan keeyyattoota kiyya isin irratti qara’aniifi qunnamtii guyyaa keessanii kana kan isin dinniinanu isinitti hin dhufnee?" (jedhamu)"Nuti lubbuu keenya irratti ragaa baanee jirra" jedhanJireenyi addunyaas isaan gowwoomsiteDhugumatti, isaan kaafiroota akka turan lubbuu isaanii irratti ragaa ba’an
131ذَٰلِكَ أَن لَّمْ يَكُن رَّبُّكَ مُهْلِكَ الْقُرَىٰ بِظُلْمٍ وَأَهْلُهَا غَافِلُونَ
Kun waan Gooftaan kee ganda tokko haala warri ishee dagataa taeen, badii (isheetiif jecha) kan balleessu hin tainiifi
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
129Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 129

Suuratu Al-An'am Aayah 129 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan isaan hojjataa turaniif jecha, akka kanatti garii miidhaa hojjattoota…

Suuratu Aayah 129/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 127–131. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers