Al-An'am · 35/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-An'am
وَإِن كَانَ كَبُرَ عَلَيْكَ إِعْرَاضُهُمْ فَإِنِ اسْتَطَعْتَ أَن تَبْتَغِيَ نَفَقًا فِي الْأَرْضِ أَوْ سُلَّمًا فِي السَّمَاءِ فَتَأْتِيَهُم بِآيَةٍ ۚ وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَجَمَعَهُمْ عَلَى الْهُدَىٰ ۚ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْجَاهِلِينَ ۝٣٥
Wa in kaana kabura `alaika i`raaduhum fa inistata`ta an tabtaghiya nafaqan fil ardi aw sullaman fis samaaa`i fataa tiyahum bi Aayah; wa law shaaa`al laahu lajama`ahum `alal hudaa; falaa takoonanna minal jaahileen
📖 Afaan Oromoon
Yoo (sirraa) garagaluun isaanii sitti ulfaate, mallattoon isaanitti dhufuuf yoo qaawwa dachii keessa barbaaduu yookiin kortoo samii keessaa dandeesse (raawwadhu)Rabbiin odoo fedhee, (hunda isaanii) qajeeluma irratti walitti isaan qabaWallaalaa irraas hin ta’in

🎧 Caqasi


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Al-An'am

33قَدْ نَعْلَمُ إِنَّهُ لَيَحْزُنُكَ الَّذِي يَقُولُونَ ۖ فَإِنَّهُمْ لَا يُكَذِّبُونَكَ وَلَٰكِنَّ الظَّالِمِينَ بِآيَاتِ اللَّهِ يَجْحَدُونَ
Dhugumatti wanti isaan jedhan si gaddisiisuu ni beeknaIsaan (onnee isaatiin) si hin kijibsiisanuGaruu miidhaa raawwattoonni keeyyattoota Rabbii kijibsiisu
34وَلَقَدْ كُذِّبَتْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ فَصَبَرُوا عَلَىٰ مَا كُذِّبُوا وَأُوذُوا حَتَّىٰ أَتَاهُمْ نَصْرُنَا ۚ وَلَا مُبَدِّلَ لِكَلِمَاتِ اللَّهِ ۚ وَلَقَدْ جَاءَكَ مِن نَّبَإِ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, ergamoonni si duraas kijibsiifamaniiruWaan kijibsiifaman irrattis ni obsanHanga tumsi keenya isaaniif dhufuttis ni rakkifamanJechoota Rabbiitiif jijjiiraan hin jiruDhugumatti, oduu ergamootaa irraa (hangi tokko) sitti dhufeera
35وَإِن كَانَ كَبُرَ عَلَيْكَ إِعْرَاضُهُمْ فَإِنِ اسْتَطَعْتَ أَن تَبْتَغِيَ نَفَقًا فِي الْأَرْضِ أَوْ سُلَّمًا فِي السَّمَاءِ فَتَأْتِيَهُم بِآيَةٍ ۚ وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَجَمَعَهُمْ عَلَى الْهُدَىٰ ۚ فَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْجَاهِلِينَ
Yoo (sirraa) garagaluun isaanii sitti ulfaate, mallattoon isaanitti dhufuuf yoo qaawwa dachii keessa barbaaduu yookiin kortoo samii keessaa dandeesse (raawwadhu)Rabbiin odoo fedhee, (hunda isaanii) qajeeluma irratti walitti isaan qabaWallaalaa irraas hin ta’in
36۞ إِنَّمَا يَسْتَجِيبُ الَّذِينَ يَسْمَعُونَ ۘ وَالْمَوْتَىٰ يَبْعَثُهُمُ اللَّهُ ثُمَّ إِلَيْهِ يُرْجَعُونَ
Kan owwaatu warruma dhaga’u qofaDuaawwan immoo Rabbiin isaan kaasaErgasii gara Isaatti deebifamu
37وَقَالُوا لَوْلَا نُزِّلَ عَلَيْهِ آيَةٌ مِّن رَّبِّهِ ۚ قُلْ إِنَّ اللَّهَ قَادِرٌ عَلَىٰ أَن يُنَزِّلَ آيَةً وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Maaliif mallattoon Gooftaa isaa irraa isa irratti hin buufamne?" jedhu"Dhugumatti, Rabbiin mallattoo buusuu irratti danda’aa dha" jedhiGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 35

Suuratu Al-An'am Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo (sirraa) garagaluun isaanii sitti ulfaate, mallattoon isaanitti dhufuuf yoo…

Suuratu Aayah 35/165 — Suuratu Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-An'am Caqasi, Suuratu Al-An'am Hiikkaa, Suuratu Al-An'am mp3, Suuratu Al-An'am pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers