Al-Haqqah · 15/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَيَوْمَئِذٍ وَقَعَتِ الْوَاقِعَةُ ۝١٥
Fa yawma`izinw waqa`atil waaqi`ah
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Haqqah

13فَإِذَا نُفِخَ فِي الصُّورِ نَفْخَةٌ وَاحِدَةٌ
Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte
14وَحُمِلَتِ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةً وَاحِدَةً
Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban
15فَيَوْمَئِذٍ وَقَعَتِ الْوَاقِعَةُ
Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti
16وَانشَقَّتِ السَّمَاءُ فَهِيَ يَوْمَئِذٍ وَاهِيَةٌ
Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha
17وَالْمَلَكُ عَلَىٰ أَرْجَائِهَا ۚ وَيَحْمِلُ عَرْشَ رَبِّكَ فَوْقَهُمْ يَوْمَئِذٍ ثَمَانِيَةٌ
Maleeykonnis daangawwan ishee irratti tauArshii Gooftaa keetiis guyyaa san (maleeykota) saddeettu gubbaa isaaniitti baadhatu
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 15

Suuratu Al-Haqqah Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti

Suuratu Aayah 15/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers