Al-Haqqah · 16/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَانشَقَّتِ السَّمَاءُ فَهِيَ يَوْمَئِذٍ وَاهِيَةٌ ۝١٦
Wanshaqqatis samaaa`u fahiya yawma `izinw-waahiyah
📖 Afaan Oromoon
Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Haqqah

14وَحُمِلَتِ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةً وَاحِدَةً
Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban
15فَيَوْمَئِذٍ وَقَعَتِ الْوَاقِعَةُ
Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti
16وَانشَقَّتِ السَّمَاءُ فَهِيَ يَوْمَئِذٍ وَاهِيَةٌ
Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha
17وَالْمَلَكُ عَلَىٰ أَرْجَائِهَا ۚ وَيَحْمِلُ عَرْشَ رَبِّكَ فَوْقَهُمْ يَوْمَئِذٍ ثَمَانِيَةٌ
Maleeykonnis daangawwan ishee irratti tauArshii Gooftaa keetiis guyyaa san (maleeykota) saddeettu gubbaa isaaniitti baadhatu
18يَوْمَئِذٍ تُعْرَضُونَ لَا تَخْفَىٰ مِنكُمْ خَافِيَةٌ
Guyyaa san (murtiidhaaf) ni dhiyeeffamtuu, (iccitiin) dhokattuun isin irraa taate hin dhokattu
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 16

Suuratu Al-Haqqah Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha

Suuratu Aayah 16/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers