Al-Haqqah · 14/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَحُمِلَتِ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةً وَاحِدَةً ۝١٤
Wa humilatil ardu wal jibaalu fadukkataa dakkatanw waahidah
📖 Afaan Oromoon
Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Haqqah

12لِنَجْعَلَهَا لَكُمْ تَذْكِرَةً وَتَعِيَهَا أُذُنٌ وَاعِيَةٌ
Akka ishee isiniif gorsa goonuufi gurri waa hubattus akka ishee hubattuuf (kana goone)
13فَإِذَا نُفِخَ فِي الصُّورِ نَفْخَةٌ وَاحِدَةٌ
Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte
14وَحُمِلَتِ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةً وَاحِدَةً
Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban
15فَيَوْمَئِذٍ وَقَعَتِ الْوَاقِعَةُ
Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti
16وَانشَقَّتِ السَّمَاءُ فَهِيَ يَوْمَئِذٍ وَاهِيَةٌ
Samiinis ni baqaqxi; kanaafuu isheen guyyaa san laaftuudha
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 14

Suuratu Al-Haqqah Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban

Suuratu Aayah 14/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers