Al-Haqqah · 24/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا أَسْلَفْتُمْ فِي الْأَيَّامِ الْخَالِيَةِ ۝٢٤
Kuloo washraboo haneee`am bimaaa aslaftum fil ayyaamil khaliyah
📖 Afaan Oromoon
Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-Haqqah

22فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)
23قُطُوفُهَا دَانِيَةٌ
Kan firiiwwan ishee dhihoo taan
24كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا أَسْلَفْتُمْ فِي الْأَيَّامِ الْخَالِيَةِ
Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama)
25وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee
26وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 24

Suuratu Al-Haqqah Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa"…

Suuratu Aayah 24/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers