Al-Haqqah · 25/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ ۝٢٥
Wa ammaa man ootiya kitaabahoo bishimaalihee fa yaqoolu yaalaitanee lam oota kitaaabiyah
📖 Afaan Oromoon
Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Al-Haqqah

23قُطُوفُهَا دَانِيَةٌ
Kan firiiwwan ishee dhihoo taan
24كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا أَسْلَفْتُمْ فِي الْأَيَّامِ الْخَالِيَةِ
Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama)
25وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee
26وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee
27يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 25

Suuratu Al-Haqqah Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii…

Suuratu Aayah 25/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers