Al-Haqqah · 30/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
خُذُوهُ فَغُلُّوهُ ۝٣٠
Khuzoohu faghullooh
📖 Afaan Oromoon
Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Al-Haqqah

28مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
29هَلَكَ عَنِّي سُلْطَانِيَهْ
Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)
30خُذُوهُ فَغُلُّوهُ
Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)
31ثُمَّ الْجَحِيمَ صَلُّوهُ
Ergasii ibidda isa seensisaa
32ثُمَّ فِي سِلْسِلَةٍ ذَرْعُهَا سَبْعُونَ ذِرَاعًا فَاسْلُكُوهُ
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 30

Suuratu Al-Haqqah Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)

Suuratu Aayah 30/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers