Al-Haqqah · 29/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Haqqah
هَلَكَ عَنِّي سُلْطَانِيَهْ ۝٢٩
Halaka `annee sultaaniyah
📖 Afaan Oromoon
Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 27-31 — Al-Haqqah

27يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa
28مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
29هَلَكَ عَنِّي سُلْطَانِيَهْ
Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)
30خُذُوهُ فَغُلُّوهُ
Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)
31ثُمَّ الْجَحِيمَ صَلُّوهُ
Ergasii ibidda isa seensisaa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 29

Suuratu Al-Haqqah Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)

Suuratu Aayah 29/52 — Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Haqqah Caqasi, Al-Haqqah Hiikkaa, Al-Haqqah mp3, Al-Haqqah pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers