Al-Haqqah · 38/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَلَا أُقْسِمُ بِمَا تُبْصِرُونَ ۝٣٨
Falaaa uqsimu bimaa tubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Waan isin argitaniinis niin kakadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Al-Haqqah

36وَلَا طَعَامٌ إِلَّا مِنْ غِسْلِينٍ
Nyaannis malaa (warra ibiddaa) irraa malee hin jiru
37لَّا يَأْكُلُهُ إِلَّا الْخَاطِئُونَ
Warra dilaawoo malee isa hin nyaatu
38فَلَا أُقْسِمُ بِمَا تُبْصِرُونَ
Waan isin argitaniinis niin kakadha
39وَمَا لَا تُبْصِرُونَ
Waan isin hin argineenis (niin kakadha)
40إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha ergamaa kabajamaati
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 38

Suuratu Al-Haqqah Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan isin argitaniinis niin kakadha

Suuratu Aayah 38/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers