Al-Haqqah · 39/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَمَا لَا تُبْصِرُونَ ۝٣٩
Wa maa laa tubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Waan isin hin argineenis (niin kakadha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Al-Haqqah

37لَّا يَأْكُلُهُ إِلَّا الْخَاطِئُونَ
Warra dilaawoo malee isa hin nyaatu
38فَلَا أُقْسِمُ بِمَا تُبْصِرُونَ
Waan isin argitaniinis niin kakadha
39وَمَا لَا تُبْصِرُونَ
Waan isin hin argineenis (niin kakadha)
40إِنَّهُ لَقَوْلُ رَسُولٍ كَرِيمٍ
Dhugumatti, inni (Quraanni) jecha ergamaa kabajamaati
41وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَاعِرٍ ۚ قَلِيلًا مَّا تُؤْمِنُونَ
Inni jecha weellisaatii miti; xiqquma qofa amantu
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 39

Suuratu Al-Haqqah Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan isin hin argineenis (niin kakadha)

Suuratu Aayah 39/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers