Al-Haqqah · 46/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
ثُمَّ لَقَطَعْنَا مِنْهُ الْوَتِينَ ۝٤٦
Summa laqata`naa minhul wateen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Haqqah

44وَلَوْ تَقَوَّلَ عَلَيْنَا بَعْضَ الْأَقَاوِيلِ
Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee
45لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre
46ثُمَّ لَقَطَعْنَا مِنْهُ الْوَتِينَ
Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre
47فَمَا مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ عَنْهُ حَاجِزِينَ
Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru
48وَإِنَّهُ لَتَذْكِرَةٌ لِّلْمُتَّقِينَ
Innis (Quraanni) warra Rabbiin sodaataniif gorsa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 46

Suuratu Al-Haqqah Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre

Suuratu Aayah 46/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers