Al-Haqqah · 47/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Haqqah
فَمَا مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ عَنْهُ حَاجِزِينَ ۝٤٧
Famaa minkum min ahadin`anhu haajizeen
📖 Afaan Oromoon
Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru
🎧 Caqasi

📜 Aayah 45-49 — Al-Haqqah

45لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre
46ثُمَّ لَقَطَعْنَا مِنْهُ الْوَتِينَ
Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre
47فَمَا مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ عَنْهُ حَاجِزِينَ
Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru
48وَإِنَّهُ لَتَذْكِرَةٌ لِّلْمُتَّقِينَ
Innis (Quraanni) warra Rabbiin sodaataniif gorsa
49وَإِنَّا لَنَعْلَمُ أَنَّ مِنكُم مُّكَذِّبِينَ
Dhugumatti isin irraa namoonni (Quraana) sobsiisan akka jiran Nuti ni beekna
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 47

Suuratu Al-Haqqah Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru

Suuratu Aayah 47/52 — Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Haqqah Caqasi, Al-Haqqah Hiikkaa, Al-Haqqah mp3, Al-Haqqah pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers