Al-Haqqah · 45/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ ۝٤٥
La-akhaznaa minhu bilyameen
📖 Afaan Oromoon
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-Haqqah

43تَنزِيلٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
Gooftaa aalama hundaa irraa buufamaadha
44وَلَوْ تَقَوَّلَ عَلَيْنَا بَعْضَ الْأَقَاوِيلِ
Odoo garii jechootaa (kan Nuti hin jedhin) Nurratti dubbatee
45لَأَخَذْنَا مِنْهُ بِالْيَمِينِ
Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre
46ثُمَّ لَقَطَعْنَا مِنْهُ الْوَتِينَ
Ergasii hidda onnee isarraa kunna turre
47فَمَا مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ عَنْهُ حَاجِزِينَ
Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 45

Suuratu Al-Haqqah Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Silaa Nuti mirgaan isa qabna turre

Suuratu Aayah 45/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers