Al-A'raf · 200/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
وَإِمَّا يَنزَغَنَّكَ مِنَ الشَّيْطَانِ نَزْغٌ فَاسْتَعِذْ بِاللَّهِ ۚ إِنَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ ۝٢٠٠
Wa immaa yanzaghannaka minash Shaitaani nazghun fasta`iz billaah; innahoo Samee`un Aleem
📖 Afaan Oromoon
Yoo garagalchaan shayxaana irraa ta’e tokko (ajaja Rabbii irraa) si bute Rabbitti maganfadhuDhugumatti, Inni dhagayaa, argaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 198-202 — Suuratu Al-A'raf

198وَإِن تَدْعُوهُمْ إِلَى الْهُدَىٰ لَا يَسْمَعُوا ۖ وَتَرَاهُمْ يَنظُرُونَ إِلَيْكَ وَهُمْ لَا يُبْصِرُونَ
Yoo gara qajeelumaa isaan waamtanis hin dhagaanuKan isaan homaa hin argine taanii gara kee ilaalanu argita
199خُذِ الْعَفْوَ وَأْمُرْ بِالْعُرْفِ وَأَعْرِضْ عَنِ الْجَاهِلِينَ
Haala (namootaa irraa isa) laafaa qabadhu; toltuuttis ajaji; wallaalaa irraahis gara gali
200وَإِمَّا يَنزَغَنَّكَ مِنَ الشَّيْطَانِ نَزْغٌ فَاسْتَعِذْ بِاللَّهِ ۚ إِنَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Yoo garagalchaan shayxaana irraa ta’e tokko (ajaja Rabbii irraa) si bute Rabbitti maganfadhuDhugumatti, Inni dhagayaa, argaadha
201إِنَّ الَّذِينَ اتَّقَوْا إِذَا مَسَّهُمْ طَائِفٌ مِّنَ الشَّيْطَانِ تَذَكَّرُوا فَإِذَا هُم مُّبْصِرُونَ
Dhugumatti, isaan Rabbiin sodaatan yeroo naannaaan shayxaana irraa ta’e tokko isaan tuqe, (Rabbiin) yaadatuAchumaan argaa tau
202وَإِخْوَانُهُمْ يَمُدُّونَهُمْ فِي الْغَيِّ ثُمَّ لَا يُقْصِرُونَ
Obboleeyyan isaaniis jallina isaaniif dabaluErgasiis (jallisuu irraa) hin gabaabbatanu
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
200Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 200

Suuratu Al-A'raf Aayah 200 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo garagalchaan shayxaana irraa ta’e tokko (ajaja Rabbii irraa) si…

Suuratu Aayah 200/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 198–202. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers