Nuh · 22/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَمَكَرُوا مَكْرًا كُبَّارًا ۝٢٢
Wa makaroo makran kubbaaraa
📖 Afaan Oromoon
Tooftaa gurguddaa baasan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Nuh

20لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif
21قَالَ نُوحٌ رَّبِّ إِنَّهُمْ عَصَوْنِي وَاتَّبَعُوا مَن لَّمْ يَزِدْهُ مَالُهُ وَوَلَدُهُ إِلَّا خَسَارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama qabeenyi isaatiifi ilmaan isaa hoonga’iinsa malee homaa isaaf hin daballe hordofan
22وَمَكَرُوا مَكْرًا كُبَّارًا
Tooftaa gurguddaa baasan
23وَقَالُوا لَا تَذَرُنَّ آلِهَتَكُمْ وَلَا تَذَرُنَّ وَدًّا وَلَا سُوَاعًا وَلَا يَغُوثَ وَيَعُوقَ وَنَسْرًا
‘Gabbaramtoota keessaniis hin dhiisinaa; waddi, suwaai, yaghuus, yauuqiifi nasriinis hin dhiisinaa (waliin) jedhan
24وَقَدْ أَضَلُّوا كَثِيرًا ۖ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا ضَلَالًا
Dhugumatti, (namoota) baayee jallisaniiruMiidhaa raawwattootaaf jallinna malee hin dabalin.”
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Nuh 22

Suuratu Nuh Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tooftaa gurguddaa baasan

Suuratu Aayah 22/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers