Nuh · 21/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Nuh
قَالَ نُوحٌ رَّبِّ إِنَّهُمْ عَصَوْنِي وَاتَّبَعُوا مَن لَّمْ يَزِدْهُ مَالُهُ وَوَلَدُهُ إِلَّا خَسَارًا ۝٢١
Qaala Noohur Robbi innahum `asawnee wattaba`oo mal lam yazid hu maaluhoo wa waladuhooo illaa khasaara
📖 Afaan Oromoon
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama qabeenyi isaatiifi ilmaan isaa hoonga’iinsa malee homaa isaaf hin daballe hordofan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 19-23 — Nuh

19وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُمُ الْأَرْضَ بِسَاطًا
Rabbiinis dachii afata isiniif godhe
20لِّتَسْلُكُوا مِنْهَا سُبُلًا فِجَاجًا
Akka isin ishee irraa karaalee babalaa seentaniif
21قَالَ نُوحٌ رَّبِّ إِنَّهُمْ عَصَوْنِي وَاتَّبَعُوا مَن لَّمْ يَزِدْهُ مَالُهُ وَوَلَدُهُ إِلَّا خَسَارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama qabeenyi isaatiifi ilmaan isaa hoonga’iinsa malee homaa isaaf hin daballe hordofan
22وَمَكَرُوا مَكْرًا كُبَّارًا
Tooftaa gurguddaa baasan
23وَقَالُوا لَا تَذَرُنَّ آلِهَتَكُمْ وَلَا تَذَرُنَّ وَدًّا وَلَا سُوَاعًا وَلَا يَغُوثَ وَيَعُوقَ وَنَسْرًا
‘Gabbaramtoota keessaniis hin dhiisinaa; waddi, suwaai, yaghuus, yauuqiifi nasriinis hin dhiisinaa (waliin) jedhan
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Nuh 21

Suuratu Nuh Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Isaan ajaja kiyya didanii, nama…

Suuratu Aayah 21/28 — Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Nuh Caqasi, Nuh Hiikkaa, Nuh mp3, Nuh pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers