Al-Insan · 27/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
إِنَّ هَٰؤُلَاءِ يُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ وَيَذَرُونَ وَرَاءَهُمْ يَوْمًا ثَقِيلًا ۝٢٧
Inna haaa`ulaa`i yuhibboona `aajilata wa yazaroona waraaa`ahum yawman saqeelaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri kun (addunyaa) arifattuu jaalatu; guyyaa ulfaataas fuulduratti dhiisu (dagatu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Insan

25وَاذْكُرِ اسْمَ رَبِّكَ بُكْرَةً وَأَصِيلًا
Ganamaafi galgalas maqaa Gooftaa keetii faarsi
26وَمِنَ اللَّيْلِ فَاسْجُدْ لَهُ وَسَبِّحْهُ لَيْلًا طَوِيلًا
Halkan irraallee Isaaf salaati; halkan dheeraas Isaaf (salaata laylii) salaati
27إِنَّ هَٰؤُلَاءِ يُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ وَيَذَرُونَ وَرَاءَهُمْ يَوْمًا ثَقِيلًا
Dhugumatti, warri kun (addunyaa) arifattuu jaalatu; guyyaa ulfaataas fuulduratti dhiisu (dagatu)
28نَّحْنُ خَلَقْنَاهُمْ وَشَدَدْنَا أَسْرَهُمْ ۖ وَإِذَا شِئْنَا بَدَّلْنَا أَمْثَالَهُمْ تَبْدِيلًا
Nuti isaan uumnee qaama isaaniis jabeessine; yeroo feenes (isaan balleessinee) fakkaatuma isaanii bakka buusinsa bakka buufna
29إِنَّ هَٰذِهِ تَذْكِرَةٌ ۖ فَمَن شَاءَ اتَّخَذَ إِلَىٰ رَبِّهِ سَبِيلًا
Dhugumatti, kuni gorsa; namni fedhe gara Gooftaa isaatti karaa godhata
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 27

Suuratu Al-Insan Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri kun (addunyaa) arifattuu jaalatu; guyyaa ulfaataas fuulduratti dhiisu…

Suuratu Aayah 27/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers