Al-Anfal · 55/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Anfal
إِنَّ شَرَّ الدَّوَابِّ عِندَ اللَّهِ الَّذِينَ كَفَرُوا فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ ۝٥٥
Inna sharrad dawaaabbi `indal laahil lazeena kafaroo fahum laa yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti warra kafarani; isaan hin amananu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 53-57 — Al-Anfal

53ذَٰلِكَ بِأَنَّ اللَّهَ لَمْ يَكُ مُغَيِّرًا نِّعْمَةً أَنْعَمَهَا عَلَىٰ قَوْمٍ حَتَّىٰ يُغَيِّرُوا مَا بِأَنفُسِهِمْ ۙ وَأَنَّ اللَّهَ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Kun waan Rabbiin tola ummata irratti oole tokko hanga isaan waan lubbuu isaaniitti jiru jijjiiranitti kan hin jijjiirre ta’eefi Rabbiinis dhagayaa beekaa waan ta’eefi
54كَدَأْبِ آلِ فِرْعَوْنَ ۙ وَالَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ كَذَّبُوا بِآيَاتِ رَبِّهِمْ فَأَهْلَكْنَاهُم بِذُنُوبِهِمْ وَأَغْرَقْنَا آلَ فِرْعَوْنَ ۚ وَكُلٌّ كَانُوا ظَالِمِينَ
Akka haala namoota Fir’awniifi warra isaan duraa, kan keeyyattoota Gooftaa isaaniitti kafaranii, ergasii badiiwwan isaaniitiin isaan balleessineeti; ummata Fir’awnis bishaaniin dhidhimsine; hundumtuu miidhaa hojjattoota turan
55إِنَّ شَرَّ الدَّوَابِّ عِندَ اللَّهِ الَّذِينَ كَفَرُوا فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti warra kafarani; isaan hin amananu
56الَّذِينَ عَاهَدتَّ مِنْهُمْ ثُمَّ يَنقُضُونَ عَهْدَهُمْ فِي كُلِّ مَرَّةٍ وَهُمْ لَا يَتَّقُونَ
(Isaan) warra ati waadaa isaan irraa fuutee, yeroo (waadaa seenan) hunda kan Rabbiin hin sodaanne ta’anii waadaa isaanii diiganiidha
57فَإِمَّا تَثْقَفَنَّهُمْ فِي الْحَرْبِ فَشَرِّدْ بِهِم مَّنْ خَلْفَهُمْ لَعَلَّهُمْ يَذَّكَّرُونَ
Yoo lola irratti isaan argite akka isaan gorfamaniif jecha namoota isaan boodaa isaaniin addaan facaasi
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 55

Suuratu Al-Anfal Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, irra badaan lubbu qabeeyyii Rabbiin biratti warra kafarani; isaan…

Suuratu Aayah 55/75 — Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Anfal Caqasi, Al-Anfal Hiikkaa, Al-Anfal mp3, Al-Anfal pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers