Al-Mutaffifin · 18/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْأَبْرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ ۝١٨
Kallaaa inna kitaabal abraari lafee`Illiyyeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Mutaffifin

16ثُمَّ إِنَّهُمْ لَصَالُو الْجَحِيمِ
Ergasii isaan ibidda galtoota
17ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama
18كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْأَبْرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa
19وَمَا أَدْرَاكَ مَا عِلِّيُّونَ
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise
20كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 18

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa

Suuratu Aayah 18/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers