Al-Mutaffifin · 24/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
تَعْرِفُ فِي وُجُوهِهِمْ نَضْرَةَ النَّعِيمِ ۝٢٤
Ta`rifu fee wujoohihim nadratan na`eem
📖 Afaan Oromoon
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-Mutaffifin

22إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu
23عَلَى الْأَرَائِكِ يَنظُرُونَ
Sireewwan irra (taaanii) ilaalu
24تَعْرِفُ فِي وُجُوهِهِمْ نَضْرَةَ النَّعِيمِ
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta
25يُسْقَوْنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخْتُومٍ
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
26خِتَامُهُ مِسْكٌ ۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلْيَتَنَافَسِ الْمُتَنَافِسُونَ
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 24

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta

Suuratu Aayah 24/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers