Al-Mutaffifin · 25/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mutaffifin
يُسْقَوْنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخْتُومٍ ۝٢٥
Yusqawna mir raheeqim makhtoom
📖 Afaan Oromoon
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 23-27 — Al-Mutaffifin

23عَلَى الْأَرَائِكِ يَنظُرُونَ
Sireewwan irra (taaanii) ilaalu
24تَعْرِفُ فِي وُجُوهِهِمْ نَضْرَةَ النَّعِيمِ
Fuula isaanii keessatti ifina qananii ni beekta
25يُسْقَوْنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخْتُومٍ
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
26خِتَامُهُ مِسْكٌ ۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلْيَتَنَافَسِ الْمُتَنَافِسُونَ
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman
27وَمِزَاجُهُ مِن تَسْنِيمٍ
Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 25

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu

Suuratu Aayah 25/36 — Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mutaffifin Caqasi, Al-Mutaffifin Hiikkaa, Al-Mutaffifin mp3, Al-Mutaffifin pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers