Al-Inshiqaq · 16/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ ۝١٦
Falaaa uqsimu bishshafaq
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Inshiqaq

14إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
15بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
16فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
17وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
18وَالْقَمَرِ إِذَا اتَّسَقَ
Jiattis yeroo inni guuteenin (kakadha)
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 16

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha

Suuratu Aayah 16/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers