Al-Inshiqaq · 4/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ ۝٤
Wa alqat maa feehaa wa takhallat
📖 Afaan Oromoon
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Inshiqaq

2وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
3وَإِذَا الْأَرْضُ مُدَّتْ
Yeroo dachiinis diriirfamte
4وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
5وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 4

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate

Suuratu Aayah 4/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers