Al-Inshiqaq · 5/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ ۝٥
Wa azinat li Rabbihaa wa huqqat
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Inshiqaq

3وَإِذَا الْأَرْضُ مُدَّتْ
Yeroo dachiinis diriirfamte
4وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
5وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
7فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 5

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan…

Suuratu Aayah 5/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers