Al-Ghashiyah · 17/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى الْإِبِلِ كَيْفَ خُلِقَتْ ۝١٧
Afalaa yanzuroona ilalibili kaifa khuliqat
📖 Afaan Oromoon
Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Ghashiyah

15وَنَمَارِقُ مَصْفُوفَةٌ
Boraatiiwwan tarree galfamantu (isaaniif jira)
16وَزَرَابِيُّ مَبْثُوثَةٌ
Afaawwan diriirfamanis (isaaniif jirti)
17أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى الْإِبِلِ كَيْفَ خُلِقَتْ
Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu
18وَإِلَى السَّمَاءِ كَيْفَ رُفِعَتْ
Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)
19وَإِلَى الْجِبَالِ كَيْفَ نُصِبَتْ
Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 17

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu

Suuratu Aayah 17/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers