Al-Inshiqaq · 10/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ وَرَاءَ ظَهْرِهِ ۝١٠
Wa ammaa man ootiya kitaabahoo waraaa`a zahrih
📖 Afaan Oromoon
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Inshiqaq

8فَسَوْفَ يُحَاسَبُ حِسَابًا يَسِيرًا
Qormaata salphaa qoramuuf jira
9وَيَنقَلِبُ إِلَىٰ أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Gammadaa gara maatii isaa deebi’a
10وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ وَرَاءَ ظَهْرِهِ
Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo
11فَسَوْفَ يَدْعُو ثُبُورًا
Badii kadhachuuf jira
12وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا
Ibidda boba’aa seena
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 10

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni galmee isaa dugda duubaan kenname immoo

Suuratu Aayah 10/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers