Al-Inshiqaq · 6/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ ۝٦
Yaaa ayyuhal insaanu innaka kaadihun ilaa Rabbika kad han famulaaqeeh
📖 Afaan Oromoon
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Inshiqaq

4وَأَلْقَتْ مَا فِيهَا وَتَخَلَّتْ
Waan ishee keessa jiru darbitee, duwwaas taate
5وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
7فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname
8فَسَوْفَ يُحَاسَبُ حِسَابًا يَسِيرًا
Qormaata salphaa qoramuuf jira
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 6

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa,…

Suuratu Aayah 6/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers