Al-Inshiqaq · 21/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ الْقُرْآنُ لَا يَسْجُدُونَ ۩ ۝٢١
Wa izaa quri`a `alaihimul Quraanu laa yasjudoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Inshiqaq

19لَتَرْكَبُنَّ طَبَقًا عَن طَبَقٍ
Dhugumatti, isin sadarkaa tokko irraa gara sadarkaa biraatti ceetu
20فَمَا لَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Maaltu isaaniif jiraayi hin amanne
21وَإِذَا قُرِئَ عَلَيْهِمُ الْقُرْآنُ لَا يَسْجُدُونَ ۩
Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan
22بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا يُكَذِّبُونَ
Dhugumaatti, warri kafaran ni sobsiisu
23وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُوعُونَ
Rabbiin irra beekaa waan isaan (onnee isaanii keessatti) walitti qabaniiti
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 21

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Quraanni isaan irratti qaraamus sujuuda hin buan

Suuratu Aayah 21/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers