Al-Inshiqaq · 7/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ ۝٧
Fa ammaa man ootiya kitaabahoo biyameenih
📖 Afaan Oromoon
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Inshiqaq

5وَأَذِنَتْ لِرَبِّهَا وَحُقَّتْ
(Yeroo isheen ajaja) Gooftaa ishee dhaggeeffatte; (wanti kana godhu waan itti argameef) dhugaa qabdi
6يَا أَيُّهَا الْإِنسَانُ إِنَّكَ كَادِحٌ إِلَىٰ رَبِّكَ كَدْحًا فَمُلَاقِيهِ
Yaa namootaa! Dhugumatti, ati gara Rabbii keetii (dhaqqabuuf) hojiin qabsaa’aadhaa, isa (hojii kee) qunnamaadhas
7فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ
Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname
8فَسَوْفَ يُحَاسَبُ حِسَابًا يَسِيرًا
Qormaata salphaa qoramuuf jira
9وَيَنقَلِبُ إِلَىٰ أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Gammadaa gara maatii isaa deebi’a
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 7

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni galmee isaa mirga isaatiin kenname

Suuratu Aayah 7/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers