Hud · 110/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Hud
وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ فَاخْتُلِفَ فِيهِ ۚ وَلَوْلَا كَلِمَةٌ سَبَقَتْ مِن رَّبِّكَ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ ۚ وَإِنَّهُمْ لَفِي شَكٍّ مِّنْهُ مُرِيبٍ ۝١١٠
Wa laqad aatainaa Moosal Kitaaba fakhtulifa feeh; wa law laa Kalimatun sabaqat mir Rabbika laqudiya bainahum; wa innahum lafee shakkim minhu mureeb
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Muusaaf kitaaba kennineerra; isa keessattis wal dhabameOdoo jechi Gooftaa kee biraa dabruu baatee silaa gidduu isaaniitti murteeffama tureDhugumatti, isaan isa irraa shakkii cimaa keessa jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 108-112 — Suuratu Hud

108۞ وَأَمَّا الَّذِينَ سُعِدُوا فَفِي الْجَنَّةِ خَالِدِينَ فِيهَا مَا دَامَتِ السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ إِلَّا مَا شَاءَ رَبُّكَ ۖ عَطَاءً غَيْرَ مَجْذُوذٍ
Isaan milkeeffaman immoo Jannata keessa jiraatuWaan Gooftaan kee fedhe malee, hanga samiifi dachiin turtu ishee keessatti kan hafan ta’anii (jannata keessa jiraatu)Kennaa addaan hin cinne (kennaman)
109فَلَا تَكُ فِي مِرْيَةٍ مِّمَّا يَعْبُدُ هَٰؤُلَاءِ ۚ مَا يَعْبُدُونَ إِلَّا كَمَا يَعْبُدُ آبَاؤُهُم مِّن قَبْلُ ۚ وَإِنَّا لَمُوَفُّوهُمْ نَصِيبَهُمْ غَيْرَ مَنقُوصٍ
(Yaa Muhammad!) waan warri sun gabbaran irraa shakkii keessatti hin tahin(Isaan) akkuma abbootiin isaanii duraan gabbaran malee hin gabbaranuDhugumatti, Nutis qooda isaanii odoo hin hirifamne guunnee isaaniif kennina
110وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ فَاخْتُلِفَ فِيهِ ۚ وَلَوْلَا كَلِمَةٌ سَبَقَتْ مِن رَّبِّكَ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ ۚ وَإِنَّهُمْ لَفِي شَكٍّ مِّنْهُ مُرِيبٍ
Dhugumatti, Muusaaf kitaaba kennineerra; isa keessattis wal dhabameOdoo jechi Gooftaa kee biraa dabruu baatee silaa gidduu isaaniitti murteeffama tureDhugumatti, isaan isa irraa shakkii cimaa keessa jiru
111وَإِنَّ كُلًّا لَّمَّا لَيُوَفِّيَنَّهُمْ رَبُّكَ أَعْمَالَهُمْ ۚ إِنَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ خَبِيرٌ
Dhugumatti hunda isaaniitiif Gooftaan kee dalagaa isaanii isaaniif guutaDhugumatti, Inni waan isaan dalagan beekaadha
112فَاسْتَقِمْ كَمَا أُمِرْتَ وَمَن تَابَ مَعَكَ وَلَا تَطْغَوْا ۚ إِنَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ
Akka ajajamtetti gadi dhaabbadhuIsaan si waliin tawbatanis (gadi haa dhaabbatanii)Daangaas hin dabrinaaDhugumatti, Inni waan isin dalagdan argaadha
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — Hud 110

Suuratu Hud Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Muusaaf kitaaba kennineerra; isa keessattis wal dhabameOdoo jechi Gooftaa…

Suuratu Aayah 110/123 — Suuratu Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Hud Caqasi, Suuratu Hud Hiikkaa, Suuratu Hud mp3, Suuratu Hud pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers