Al-Hijr · 13/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ ۖ وَقَدْ خَلَتْ سُنَّةُ الْأَوَّلِينَ ۝١٣
Laa yu`minoona bihee wa qad khalat sunnatul awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Isatti hin amananuDhugumatti, gochi (adabbiin) warra duraanii dabartee jirti (wanti isaan tuqe isaan kanas ni tuqa)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Al-Hijr

11وَمَا يَأْتِيهِم مِّن رَّسُولٍ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Ergamaan tokkos isatti kan qishinan ta’anii malee isaanitti hin dhufne
12كَذَٰلِكَ نَسْلُكُهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti onnee yakkamtootaa keessa isa (sobsiisuu) seensifna
13لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ ۖ وَقَدْ خَلَتْ سُنَّةُ الْأَوَّلِينَ
Isatti hin amananuDhugumatti, gochi (adabbiin) warra duraanii dabartee jirti (wanti isaan tuqe isaan kanas ni tuqa)
14وَلَوْ فَتَحْنَا عَلَيْهِم بَابًا مِّنَ السَّمَاءِ فَظَلُّوا فِيهِ يَعْرُجُونَ
Odoo balbala samii irraa ta’e isaan irratti bannee, ishee keessa kan ol ba’an ta’anii
15لَقَالُوا إِنَّمَا سُكِّرَتْ أَبْصَارُنَا بَلْ نَحْنُ قَوْمٌ مَّسْحُورُونَ
Silaa “ijuma keenyatu cufameInumaa nuti ummata sihriin itti godhameedha” jedhu
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 13

Suuratu Al-Hijr Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isatti hin amananuDhugumatti, gochi (adabbiin) warra duraanii dabartee jirti (wanti…

Suuratu Aayah 13/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers